ንጉስ አባ ጅፋር አባ ጎሞል - ዘመን ተሻጋሪ እና ከትውልድ ወደ ትውልድ የሚተላለፍ ውጤታማ የዲፕሎማሲ ታሪክ እና ለዜጎቻቸው ያላቸውን ክብር የሚመሰክር ቅርስ (በ1870ዎቹ ኢትዮጵያ አቆጣጠር) - 1295 hijra) ዓለም ዛሬ የደረሰችበትን የዲፕሎማሲና የኮሙዩኒኬሽን ግንኙነት ተረድተው ለሕዝብ ሥልጣኔ፣ ለንግድ ግንኙነትና ለዜጎቻቸው ክብር ሲሉ የማይረሱ ተግባራትን ፈጽመዋል። ዛሬ በመካ ሳውዲ አረቢያ ለኢትዮጵያ ህዝብ የተሰራውን ህንጻ በመጎብኘቴ እድለኛ ነኝ :: በጣምም ተደስቻለሁ እንዲሁም ኮርቻለሁ። የዛሬው ትውልድ እንደዚህ አይነት ሃሳቦችንና ተግባራትን ማስፋፋት አለበት። ዓለም በፖለቲካ፣ በማህበራዊ፣ በኢኮኖሚያዊ እና በቴክኖሎጂ የተቆራኘች ናት። ከዚህ ዉጭ መሆን አይቻልም። ለዚህም ይመስለኛል መንግስት በድፕሎማሲው ዘርፍ ለዜጎች ክብር ቅድሚያ እየሰጠ ያለው ። ክቡር ጠቅላይ ሚንስቴራችን አብይ አህመድ አሊ (ዶር) የዲፕሎማሲያዊ ጥበብ እና እውቀት በመጠቀም ተዘንግቶ የቆየዉን የመካከለኛው ምስራቅ አገራት ላይ በጎ ተጽእኖ በማሳደር እና የኢትዮጵያን መልካም ስም ከማሳደግ ባለፈ ፍሬያማ ግንኙነት አምጥተዋል። መልካም ጁመአ ይሁንላችሁ! Mootii abbaa Jifaar Abbaa Gommol- Seenaa diplomaasii bu’aa qabeessa dhalootaa dhalootatti darbee fi kabaja lammii ofiif qabanu ragaa ittin bahan (BARA 1870keesa) (1295 hijra) Adunyaan waltti dhufeenyaa dipilomaasii fi qunamtii biyyootaa har’a irra gahe fageessanii ija qaroominaatiin hubatanii qaroomina ummataaf jecha, faayidaa walitti hidhamiinsa daldalaatif, kabajja lammiilee ofiitiif jecha gochaawwan seenaan hin daganne raawwatan. Akka carraa Har’a Makkaa- Sa’udii arabiyaatti Gamoo ummata Itiyoophiyaatif ijaarsisanii kabaja nuti horan dawwachuu kooti baayyeen gammades, ittinis boone. Dhalootni hadhaas yaadamaa fi gochoota akkasii babalisuutu nurra jiraata. Addunyaan Siyaasaan , hawaasummaan, dinagdee fi teknolojiin walitti hidhamtuudha. Kanaan ala ta’uun hin danda’amu. mootumaan keenyas Diplomaasii kabaja lammiif dursu hordofuunis kanumaaf nati fakkaata. muumeen minstiraa keenyaas malaaf beekumsa diplomaasii gonfatee, keessaayyuu biyyoota baha giddugaleessaatti dhibbaa gaarii uumuu fi maqaa gaarii Itiyoophiyaa olkaasuu bira darbee hariiroo bu’aa qabeessa ta’ee fidee jira. Jumu’aa gaarii!